Oromummaa dhigaa kooti🖤❤️🤍
Oromiyaan biyyaa kooti❤️💚❤️
Baga nagaan gara Michuu Tube tti nagaan dhuuftan, chaanaaliin Michuu Tube Hunda keessanifu Michuudha .
Chaanaaliin kunu kan nama tokko qofa miti kan hundaa keenyaati kanaaf koota subscribe gochuun maatii YouTube chaanaalii MichuuTube akka Taatan kabajaan isin gaafadha.
MichuuTube irraatti
#Dhimmoota wakataa’o fi Bashaannansiiso ta’an
#Diraama 🎥
#walaloo
#Oromoo new music
#Oromo comedy…. Wantoota kanaafi kan fakkaatan chaanaalii kan irraatti argaatu