Afaan Oromoo afaan dhaloota keenyaafi afaan saba Oromoo ta'uurra darbee afaan Afrikaa keessatti guddaa ta'ee fi afaan namoota miliyoona hedduun dubbatamuudha. Garuu afaan kun karaa barreeffamaa seerluga isaatiin baay'ee duubatti hafe jira. Kanaaf dhaloonni amma jirru kun immoo adaraa abbootii keenyarraa fudhanne itti cichuun afaan kana irratti hojjennee afaan teknolojii gochuu qabna. #WAAMICHI_QUBEEs ga'ee ofii bahuuf barumsa isiniif qabatee dhiyaate jira. Barumsi keenyaas qubee Afaan_Oromoo irraa eegaluun hanga seerluga Afaan_Oromoo guutuutti isin barsiisa. Kanaaf namoonni qubee hin beeknes ta'ee namoonni seerluga barreeffama Afaan Oromoo irratti hir'ina qabdan koottaa baradhaan affeerraa keenya.
Barumsa keenya argachuuf:
youtube: youtube.com/channel/UCSat...
Telegram: t.me/WAAMICHAQUBEE
Whatsapp: chat.whatsapp.com/IOJopUkr2iW...
Facebook: www.facebook.com/waamichaqube...
Yeroo saubscribe gootaan mallattoo yaadachiiftuu kana 🔔🔔🔔 tuqa.