Baga gara YouTube channel kootti, nagaan dhufan. Chaanaalii koo kana irratti hojiiwwan koo fi sirboota afaan oromoo video qaban, akkasumas audio kan argattan yoo ta'u, video dhimmoota garagaraa irratti hojjatamani fi kan isin barsiisaa booharsan, kan isiniif dhiyeessinu ta'u waadaa isiniif seenaa, Subscribe gochuun maatii chaanaalii kanaa ta'uun akka nu hordoftan isin affeeraa. Subscribe like and share