in the future - u will be able to do some more stuff here,,,!! like pat catgirl- i mean um yeah... for now u can only see others's posts :c
โInni, "Gara biyya lafaa hundumaa dhaqaa! Uumama hundumaattis wangeela lallabaa!.โ
โ Mar. 16:15
37 - 0
Baga nagaan dhuftaan garaa Channel Waldaa Hiikumsaa.
+251926631139 yaadafi gaaffii Yoo qabatanii WhastApp irraa nuu dubbisaa!โ๏ธโค
Channelโ๏ธ
Kunii dhimmaa Hafuuraa irraati Xiyyeffataa.
Roomaa 10:9
Yesus gooftaa akka ta'e Afaan keettiin yoo beeksifte,Waaqayyo du'aa akka isa kaase immoo garaa keetti yoo amante fayyina bara baraa in argatta.
Barsiisaa Sagalee Waaqayyoo fi gorsaa gaadii dhiisuun
Faarfannaa, walaloo fi
Kadhaata Sagalee Waaqayyoo irratti Xiyyeffaate isiniifi dhiyyeessaan.
Dhugaa baatti guddumaa Waaqayyoofi Irree Waaqayyoo laabsuu
Channel
Kunii hiyyeessotaa gargaarufi cinnaa dhabaachuudhaafi.
Maatewos 5:7
Warri namaaf oo'an haa gammadan, isaan oo'a in argatu.